Afaan OromoTech News·January 11, 2023Itoophiyaan saatalaayitii sadaffaa hawaatti erguuf qophii xumuruu beeksifteItoophiyaan saatalaayitii sadaffaa gara hawaatti erguuf qophii irratti kan argamtu ta’u, Institiyutiin Saayinsii fi Teknoloojii Hawaa biyyattii beeksiise. Dhaabbatichatti Daareektarri...