Ji’oota sadan darbanitti hoggantoota biyyaafi dhaabbilee idil addunyaa dabaltee namoonni miliyoona 1 ta’an Muuziyeemii Saayinsii Biyyaalessaa daawwachuu Insitiitiyutii Intalajensii Artefishaalii...
Magaalaa Finfinnee Paarkii ICT keessatti Giddugalli Daataa ragaa olaanaa baachuu danda’u ijaarramuufi jedhame. Dhaabbata ‘Wiing Afrikaa’ jedhamuun kan ijaarramu giddugalli...
Appiin miidiyaa hawaasaa abbummaa Meetaa jala jiru kunis taateen akka ‘Iraaniitti mudatee sun lammatta’ hin mudatu jedhe.
Kubbaaniyaan tekinolojii guddichi mootummoonni intarneetii adda kutuus ta’e, dhorkaa kaa’anis sarvariiwwan bakka biraatti argamuun namoonni akka WhatsApp fayyadamuu danda’an ni taasifama jedhera.
Oggeessi teknolojii Juraas Julaseenaas, WhatsApp’n kana taasisuun isaa namoonni biyyoota intarnetiin keessatti adda citu keessa jiraatan bilisaan ergaa akka wal jijjiiran gargaaruuf jedhan.
Telegram irraa osoo hin bahin akkasumas application email kan biraa osoo nu hinbarbaachisiin akkamittiin Telegram irratti email keenya fayyadamuu dandeenya?...
Teeknoloojii Hordoffi Balalii Xiyyaara Tajaajili geejiba balalii qillensaa addunyaa wal qunnamsisuf filannoo si’ata fi dorgommaa hangafa ta’uun eerama.
Dirooniin meeshaa qilleensarra balali’u yommuu ta’u gargaarsa Balaliisaa (Pilot) fi gargaartota