Dirooniin meeshaa qilleensarra balali’u yommuu ta’u gargaarsa Balaliisaa (Pilot) fi gargaartota
Appiin miidiyaa hawaasaa abbummaa Meetaa jala jiru kunis taateen akka ‘Iraaniitti mudatee sun lammatta’ hin mudatu jedhe.
Kubbaaniyaan tekinolojii guddichi mootummoonni intarneetii adda kutuus ta’e, dhorkaa kaa’anis sarvariiwwan bakka biraatti argamuun namoonni akka WhatsApp fayyadamuu danda’an ni taasifama jedhera.
Oggeessi teknolojii Juraas Julaseenaas, WhatsApp’n kana taasisuun isaa namoonni biyyoota intarnetiin keessatti adda citu keessa jiraatan bilisaan ergaa akka wal jijjiiran gargaaruuf jedhan.
Teeknoloojii Hordoffi Balalii Xiyyaara Tajaajili geejiba balalii qillensaa addunyaa wal qunnamsisuf filannoo si’ata fi dorgommaa hangafa ta’uun eerama.
Telegram irraa osoo hin bahin akkasumas application email kan biraa osoo nu hinbarbaachisiin akkamittiin Telegram irratti email keenya fayyadamuu dandeenya?...
Itoophiyaan saatalaayitii sadaffaa gara hawaatti erguuf qophii irratti kan argamtu ta’u, Institiyutiin Saayinsii fi Teknoloojii Hawaa biyyattii beeksiise. Dhaabbatichatti Daareektarri...
Ji’oota sadan darbanitti hoggantoota biyyaafi dhaabbilee idil addunyaa dabaltee namoonni miliyoona 1 ta’an Muuziyeemii Saayinsii Biyyaalessaa daawwachuu Insitiitiyutii Intalajensii Artefishaalii...